2 Corinthians 5:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti nafa keenna kanaan jiraannulle, jiraatuu dhannulle, yaadi keenna Goottaa gammachiisu'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa ira nu isa gammachiisu feena, worra keenna kana keesafi achileti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra keenna kana keessaa fi achiilleetti nu waan cufa irra Aabboo gammachiisuu feena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akkasuma nafaan jiraannee'e yookaan yoo jiraachuu baannellee, worra isa gammachiifnu ta'uu hawwina.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu akkasuma nafaan jiraannee, yookiin jiraachuu yoo baannellee, worra isa gammachiifnu ta'uu hawwina.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Foon keenna kana woliin yoo taane'llee yookiin isa irraa yoo fooyaminne'llee, kaayyoon keenna Gooftaa gammachiisu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti nafa keenna kanaan jiraannulle, jiraatuu dhannulle, yaadi keenna Goottaa gammachiisu'u.