2 Corinthians 6:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
gaddi nu dhaqqabulle, yennaa mara hin gammanna; hiyyeeyyii adoo teeneerruu worra hedduu dureeyyii goona; womaa ka hin qanne adoo teeneerruu, waan maraa qanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ato nu lalefannele, nu hojja ch'ufa gammada qamna; hiyyeeyi fakaanna ammo nama heddu duroomsina; waan woma qamnu imfakaannu ammo waan ch'ufa inqamna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nu adoo laaleffanneellee, yo cufa gammadaa qamna; hiyyeeyii fakkaannaa, ammoo nama hedduu duroomsina; waan homaa qamnu hinfakaannuu ammoo waan cufa inqamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu worra gaddu taanu hennaa maraa hin gammanna. Hiyyeeyyii taanee namoota hedduu dureeyyii goona, worra womaa hin qabne fakkaannullee wonti maruu keenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra gaddu uduu taanu hennaa maraa hin gammanna. Hiyyeeyyii taanee, namoota hedduu dureeyyii goona, worra womaa hin qabne fakkaannullee, wonti maruu keenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gaddi yoo nurra gayu'llee yeroo maraa ni gammadinna, hiyyeeyyii taanee uduu jirru, baayi'eewwan dureessota ni taasfnna, womaayuu ka hin qabnne yoo taanu, waan maraa ni qabnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gaddi nu dhaqqabulle, yennaa mara hin gammanna; hiyyeeyyii adoo teeneerruu worra hedduu dureeyyii goona; womaa ka hin qanne adoo teeneerruu, waan maraa qanna.