2 Corinthians 6:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra Qorontoos keessa leetanu! Nuuti ifa tolchinee isinitti dubbanneerra; gadhaa keennalle badhinnee isinii banneerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalaani teenna ta Korintho jirtu! Nu ya diideesine waan ch'ufa isaniti himne, ya garaa keenna isaniti mullimne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallan teenna ta Qorontos jirtu! Nu ya diideesinee waan cufa isanittii himnee, garaa keenna isanitti mullimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin namoota Qorontoosii! maraa addaata'atti isinitti himneerra; garaan keennallee isiniif badhateera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin namoota Qorontoosii afaan keenna isiniif banameera, garaan keennallee isiniif badhateera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin yaa namoota Qorontoosiin jiraattan! Kunoo, ifaan isinitti dubbannee jirra, onnee teenna'llee baldhinnaan isiniif bannee jirra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Qorontoos keessa leetanu! Nuuti ifa tolchinee isinitti dubbanneerra; gadhaa keennalle badhinnee isinii banneerra.