2 Corinthians 6:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle Goottaan, “Isin odduu isaaniitii foyama'atii baya'a; waan battii te'e hin tuqina'a. anille isin hin fudhadha'a;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Aabbooni waan jed'u, Worra lakisa, biraa yaa. Waan t'uri qaba intuqiina, yoosi anini isani fud'ad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Aabboon, “Warra lakkisaa, biraa yaa! Waan xurii qabaa hintuqiina, yoosi anin isan fudhadhaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Gooftaan, «Isaan keessaa baya'aa gargar fooyamaa'a; waan battii hin tuqinaa'a. anillee isin simadhaa;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu Gooftaan, «Isaan keessaa bayaa'a gargar fooyamaa'a. waan battii hin tuqinaa'a. anillee isin simadha; abbaallee isinii ta'a. Isinillee ijoollee dhiiraatii fi ijoollee intalaa naa taattan jedha Gooftaan maraa bulchu.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabalee'llee Gooftaan akkana jedhee jira, «Isaan jiddu'uu fooyama'aatii bayaa, waan battii ta'e'llee hin tuqinaa, ani'llee isin ufitti ni fudhadha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Goottaan, «Isin odduu isaaniitii fowama'atii baya'a; waan battii te'e hin tuqina'a. Anille isin hin fudhadha;