2 Corinthians 6:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi, “Yennaa fudhatama qaddutti ani si caqase; Guyyaa fayyinna keetii, ani si qarqaare” jedha. Kunoo dhage'a'a yennaan fudhatama qaddu amma; guyyaan fayyinnaalle adha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Waaqi jed'e ch'aqasa: Anini hojja jed'e si ch'aqase, guyya baafama si qarqaare. Ch'aqasa! Hojjaani fed'i Waaqa barbaadattani tana, guyyaani baafama kana!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii, “Anin yo guyyaan baafamaa dhufee si caqaseetti si qarqaara” jedha. Caqasaa! Yoh. ii fedhii Waaqaa barbaadattan kana, guyyaan baafama kana!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Hennaa malutti ani si dhagayeera; guyyaa fayyinnaallee, ani si gargaareera!» waan jedhuuf; Kunoo hennaan malu amma; guyyaan fayyinnaallee amma.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi, «Hennaa malutti ani si dhagayeera; guyyaa fayyinnaallee, ani si gargaareera» waan jedhuuf; Kunoo hennaan malu amma; guyyaan fayyinnaallee amma.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni, «Yeroo mijaayaa ta'etti si ni dhagaye! guyyaa fayyinaa titti si ni gargaare!» waan jedhuuf, «Kunoo yeroon mijaayaa ta'e amma, guyyaan itti fayyamu'llee amma.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, «Yennaa na biratti fudhatama qaddutti ani si caqase; Guyyaa fayyinna keetii, ani si qarqaare» jedha. Kunoo dhage'a'a yennaan fudhatama qaddu amma; guyyaan fayyinnaalle adha.