2 Corinthians 6:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilli keenna akka hin tuffatanne, eennulle'eef gufuu hin teenu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu nama tokole ka wollaala huji teenna argu imfeenu, tanaafi gufu daandi nama tokole keesa kayu imfeenu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu nama tokkollee ka wallaala hujii teennaa argu hinfeenu, tanaaf daandii nama tokkollee keessa gufuu kaa'uu hinfeenu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka tajaajilli keenna mudaa hin qabaanne waan tokkottillee gufuu hin taanu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka tajaajilli keenna hin shakkamne waan tokkottillee guufuu hin taanu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilli keenna akka hin ashaminneef woma tokkoonuu eennuuf'llee, gufannaa hin taanu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilli keenna akka hin tuffatanne, eennulle'eef gufuu hin teenu.