2 Corinthians 6:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
jecha dhuga'aatii fi hunna Waaqaatiin. Hubiisaa fi ifi irraa dhooggatiisaafille, meyi keenna ka woraanaa balchumma'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'aamsa keenna ka d'ugatiifi jabeenna Waaqaatiini. D'ugaani woraana wonte teenna, ta haanunifi ta ufira d'owarrunile.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbii teenna ta dhugaatii fi jabeenna Waaqaatiin inhojjana; dhugaa akka waraanaa wanteetti ittiin hojjachuuf harka mirgichaa bittachaallee inqamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii dhuga'aatiin, hunna Rabbiitiin, meeshaa woraana qajeellumma'aa harka mirgaatii fi harka bita'aatitti qabachu'uun,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbii dhuga'aatiin, hunna Rabbiitiin, meeshaa woraana qajeellumma'aa harka mirgaatii fi harka bita'aatitti qabachu'uun,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dubbii dhuga'aatii fi huminna Waaqaatiin. Ittiin midha'aa fi ta'ee meshaan ittiin ufi irraa ittiin ittisaa'llee qulqullaayumma'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
jecha dhuga'aatii fi hunna Waaqaatiin. Hubiisaa fi ifi irraa dhooggatiisaafille, mey keenna ka woraanaa balchumma'a.