2 Corinthians 6:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ulfinnaa fi salphinnalle fudhanneerra; komatamiisaa fi leellifamiisalle fudhanneerra; dhugaameyyii adoo teeneerruu, dharaameyyii jedhanneerra;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu guddisani, nu ch'eersani; nu arabsani, nu faarsani. Kiyyibdoole nuuni jed'ani, ammo nu d'uga dubbanna;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu guddisanii, nu ceersanii; nu arabsanii, nu faarsanii, Kiyyibdoollee nuun jedhaniillee, ammoo nu dhugaa dubbanna;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulfinnaa fi salphinnaan, maqaa badu'uu fi maqaa tolu'uun jiraanneerra. Nu worra dhuga'aa taanee uduu jiru dogoggorsitoota jedhamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ulfinnaa fi salphinnaan, maqaa badu'uu fi maqaa tolu'uun jiraanneerra. Nu worra dhuga'aa taanee uduu jiru dogoggorsitoota jedhamne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ulfinnaaf yookiin salphinnaaf, gilndifamu'uuf yookiin galateeffamu'uuf nu'u ka qophoofnne, dhugaaleyyii yoo taanu sobddoota ni jedhamnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ulfinnaa fi salphinnalle fudhanneerra; komatamiisaa fi leellifamiisalle fudhanneerra; dhugaameyyii adoo teeneerruu, dharaameyyii jedhanneerra;