2 Corinthians 6:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ka beekkanne adoo teeneerruu, akka hin beekkamin teene; du'aneeran yoo jedhanu, jiru'uun jiraannee dhagganna; dikannulle hin ijjeefanne;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama nami imbeenne nuuni jed'ani, ammo nami ch'ufti fuula nu beekha; waan nu doone sehani, ammo aka isani gartani nu injirra. Ato nu gaargalchanile, nu inijeemne;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka nama hinbeekkamnee jira, ammoo namii cuftii fuula nu beeka; waan nu doone sehanii, ammoo akka isan gartanii nu injirra. Adoo nu gaargalchaniillee, nu inijjeemne;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hin beekkamne uduu jedhamnu nu ammo worra beekkame. Uduu waan duunu fakkaannu nu ammo jiraattota; hin adabamna malee hin ajjeefamnu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra hin beekkamne uduu jedhamnu nu ammoo worra beekkame. Waan duunu uduu fakkaannu nu ammoo jiraattota; hin adabamna malee hin ajjeefamnu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka beekkaminne yoo taanu, akka waan hin beekkaminii taanee, du'anii jiran yoo jedhamnnu, jiraattota taanee ni argaminna, yoma dhaanaminu'llee hin ajjeefaminne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka beekkanne adoo teeneerruu, akka hin beekkamin teene; du'aneeran yoo jedhanu, jiru'uun jiraannee dhagganna; dikannulle hin ijjeefanne;