2 Corinthians 7:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gaddi akka fedha Waaqaa te'e, nama cubbuu irraa deebisee gara fayyinnaa geessa malee, hin gaabbisiisu. Gaddi biyya lafaa ammoo du'a fida.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lalefacha Waaqi hujiini hojate suniti garaa keesani gaargalche baafama isanii kenne, maro waan sunitiifi nu ufi ingaabinu! Ammo lalefachaani nama duisaani d'ufti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laaleffachaa Waaqii hujiin hojjate sunitti garaa keessan gargalchee baafama isanii kenne, marroo waan sunitiif nu ufi hingaabinu! Laaleffachaan dhibiin ammoo du'aan namatti dhufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaddi akka fedha Rabbii ta'e, ka gaabbiin keessa hin jirre, waan aagii gara fayyinnaa nama geessu ta'eef. Gaddi adunyaa tanaa ammo du'a fida.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gaddi akka fedha Rabbii ta'e, ka gaabbiin keessa hin jirre, waan aagii gara fayyinnaa nama geessu ta'eef. Gaddi adunyaa tanaa ammoo du'a fida.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gaddi akka fedhii Waaqaa ta'u gara fayyinaa titti ka eemaru, jijjiirraa dhiifamaan cubbu'uutiin argamu waan argamisiisuuf, gaabbii itti hin aanssu, gaddi biyya lafaa garuu du'a ni fida,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaddi akka fedha Waaqaa te'e, nama cubbuu irraa deebisee gara fayyinnaa geessa malee, hin gaabbisiisu. Gaddi biyya lafaa ammoo du'a fida.