2 Corinthians 7:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gaddi keessan ka akka fedha Waaqaa te'e kun haajamuu attamii, falmata attamii, mufii attamii, sodaa attamii, dharraa attamii, hinaaffaa attamiitii fi dokonkora adabiisa akka feetanu akka isin godhe ilaala'a. Isin ammoo waan ani tanaan dura isinii barreesse irraa bilisa akka teetane mirkaneessitaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Waaqi lalefacha teesani tolche ilaala: isani jabaattani ufi dubbattani, dalantani, rifattani, na hereddani, owitani aka d'uga tolchani barbaaddani! Dubbi tana ch'ufa keesa aka nama wollaala inqamne ufi mulliftani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan Waaqii laaleffachaa teessan tolche laalaa; isan jabaattaniitti ufii dubbattan, dalantanii, rifattanii, na herreddanii, oowitanii akka dhugaa tolchan barbaaddan! Dubbii tana cufa keessa akka nama wallaala hinqamnee ufi mulliftan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaddi akka fedha Rabbii ta'e kun jabaachuu attamii, deebii attamii, lola attamii, sodaa attamii, yaaduu attamii, hinaaffaa attamiitii fi gadoo bayuu attamii akka isin jiddu'utti godhe laalaa'a. Waan kanaan woyyoota ta'uu keessan raggaasiftaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gaddi akka fedha Rabbii ta'e kun jabaachuu attamii, deebii attamii, lola attamii, sodaa attamii, yaaduu attamii, hinaaffaa attamiitii fi gadoo bayuu attamii isin jiddu'utti godhe. Waan kanaan woyyoota akka taatan waan maraanuu hubachiiftaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gaddi keessan kun fedhii Waaqaatiin ta'uun isaa, deebii ittisaa ka attam ta'e kennuu isaa, attam dadafaan dallanuu, sodaa attam jiru, yaaduu attam jiru fi hinaaffaa attam jiru, adabbii attam jiru'llee akka itti hin aansineef qalbbi'iin hubadhaa. Isin ammoo waan maraanuu dhimmicha irraa bilisa ta'uu keessan, rageesisiifttanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaddi keessan ka akka fedha Waaqaa te'e kun haajamuu attamii, falmata attamii, mufii attamii, sodaa attamii, dharraa attamii, hinaaffaa attamiitii fi dokonkora adabiisa akka feetanu akka isin godhe ilaala'a. Isin ammoo waan ani tanaan dura isinii barreesse irraa bilisa akka teetane mirkaneessitaneertan.