2 Corinthians 7:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin duudiin Tiitoosiif ajajamaa, soda'aa fi roromiisaan akka isa fudhattane yenna qaabatu, jaalaltiin inni isiniif qabu ittuma ede'ante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti inni isani jaalatu ya iti daramte duuba, yo inni aka isaniini ch'ufti kurfo jirtani qaabate, aka isani sodaafi naasuuni isa fud'attani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalaltii innii isan jaalatu ya itti daramtee duuba, yo innii akka isaniin cuftii kurfoo jirtan qaabate, akka isan sodaa fi naasuun isa fudhattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf sodaachu'uu fi hollachu'uun attamitti akka isa simattan ajajamuu keessan maraa yaada'aa jaalalti inni isiniif qabu kana caalaa eda'ameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf soddachu'uu fi hollachu'uun attamitti akka isa simattan ajajamuu keessan maraa yaada'aa jaalalti inni isiniif qabu kana caalaa eda'ameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Marri keessanuu ajajamoota akka taatanii fi soda'aa fi hollataan'llee akka isa ufitti fudhattaniin Tiitoos yoo yaadatu, jaalalitti inni isiniif qabu haalaan ol aanaa ta'ee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin duudiin Tiitoosiif ajajamaa, soda'aa fi rorommiisaan akka isa fudhattane yennaa qaabatu, jaalaltiin inni isiniif qabu ittuma ede'ante.