2 Corinthians 7:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani karaa maraan isinitti addatiisa waan dande'eef guddoo gammadeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guddo gammada waan anini dandae garaa tokooni isani heregad'uufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan gammadee guddoo gammada waan anin danda'ee garaa tokkoon isan herregadhuuf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan maraanuu waan isin abdadheef guddisee gammadeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan maraanuu waan isin abdadheef guddisee gammadeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani'llee karaa maraanuu isin abddii taasfachuu danda'uu kiyyaan, caala'atti gammadee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani karaa maraan isinitti addatiisa waan dande'eef guddoo gammadeera.