2 Corinthians 7:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gadhaa nuu badhadha'a. Nuuti nama tokkolle hin yakkine; nama tokkoolle hin miine; yookiin eennulle itti fayyadama keenna hin godhanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaa keesani keesati fulla nuu mid'aasa. Nu wollaala namutu intolchine, namu imballeesine, yokhaani woma nama ira imfud'anne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Garaa keessan keessaatti fulaa nuu midhaasaa. Nu wallaala namuutuu hintolchinee, namuu hinballeesinee, yokaan homaa nama irraa hinfudhanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garaa keessan nuu badhisaa'a; nu eennuunillee hin yakkine; eennuunillee hin miine; eennuunillee hin sobne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin garaa keessan nuu badhisaa'a, nu eennuunillee hin yakkine. Eennuunillee hin miine eennuunillee hin sobne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Onnee teessaniin ufitti nu fudhadhaa, nu'u eennuun'llee gadi hin qabnne, eennuun'llee hin miine, eenuun'llee itti fayyadama keennaaf hin taasfnneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaa nuu badhadha'a. Nuuti nama tokkolle hin yakkine; nama tokkoolle hin miine; yookiin eennulle itti fayyadama keenna hin godhanne.