2 Corinthians 7:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani yakkaa isinitti muru'uuf tana jedhiisatti hin jiru; akkuma ani tanaan qara isinitti hime isin gadhaa keenna keessa jirtan. Tanaaf jiru'uu fi du'alle'een yennaa mara isin irraa gargar hin baanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan kana aka wollaala isaniti muru injed'u; akuma anini qara jed'e, waan nu guddo isani jaalannuufi nu hojja ch'ufa woliini jirra, yo jirruufi yo doonele.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan kana wallaala isanitti muruuf hinjedhuu; akkuma qaraa jedhee, nu waan guddoo isan jaalannuuf yo jirruu fi yo dooneellee yo cufaa waliin jirra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana murti'iif hin jedhu; tokkumma'aan du'u'uuf; tokkumma'aan jiraachu'uuf; garaa keenna keessa akka jirtan dursee dubbadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana murti'iif hin jedhu, tokkumma'aan du'u'uuf tokkumma'aan jiraachu'uuf, garaa keenna keessa akka jirtan firrisee jedheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka jedhuuf isin irratti murteesu'uufii miti. Akkuma asiin durana isinitti hime, isin onnee keenna keessa jirttan, kanaaf jireennaan ta'ee du'aan'llee, yeroo maraa isin irraa hin fooyaminnu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yakkaa isinitti muru'uuf tana jedhiisatti hin jiru; akkuma ani tanaan qara isinitti hime isin gadhaa keenna keessa jirtan. Tanaaf jiru'uu fi du'alle'een yennaa mara isin irraa gargar hin baanu.