2 Corinthians 7:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Addiin ani isin irratti qabu guddo'o; guddoo isiniin ifi jaja; guddoolle jajjabaadheera; rakkoo teenna mara keessatti ani akka malee gammade.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guddo waan keesani beekha, maro teesaniifi ufi koorsa! Gaargala keenna ch'ufa keesati anini garaa illaafu ammo gammadaani qilit'ama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan guddoo isan amanuuf, marroo teessaniif ufi koorsa! Gaargala keenna cufa keesaatti garaa hinlaafuu, ammoo gammadaan qillixama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan keessaniif amantiin kiyya gudda'a, sababaa keessaniif guddisee boona; guddisee jajjabaadheera; rakkoo keenna maraa keessatti ani hin gammada.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan keessaniif amantaan kiyya gudda'a, sababaa keessaniif guddisee boona; guddisee jajjabaadheera; rakkoo keenna maraa keessatti ani hin gammada.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amanitiin isin irratti qabu ol aana'aa, dhaaduun isin irratti qabu'llee gudda'a, isiniin'llee ni jajabaadha, rakkinna keenna maraan'llee haalaan ni gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addiin ani isin irratti qabu guddo'o; guddoo isiniin ifi jaja; guddoolle jajjabaadheera; rakkoo teenna mara keessatti ani akka malee gammade.