2 Corinthians 8:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Badhadha Waaqi wolde'oota kiristaana lafa Maqedooniya'aatiif kenne akka beettanu barbaanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani, nu waan eebiti Waaqa gumi Makedoniati tolchite isani beesisu feena.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyaan tiyya, nu waan eebbitii Waaqaa gumii Maqedooniyaatii tolchite isan beessisuu feena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! badhaadha Rabbi woldoota Kiristaana Maqedooniya'aatiif kenne isin beessifna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya, badhaadha Rabbi woldoota Kiristaana Maqedooniya'aatiif kenne isin beessifna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Kennaa bilisaa ka Waaqinni woldayoota kristaanota Maqedooniyaa jiraniif kenne, akka beekitaniif ni barbaanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Badhaadha Waaqi wolde'oota kiristaana lafa Maqedooniya'aatiif kenne akka beettanu barbaanna.