2 Corinthians 8:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf quxiquxiin isin kenniisaaf qaddanu hujii irra ooltee akka muummottu, haguma qaddanutti waan yaaddane san godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dura deema hobaasa! Jabaad'a, aka akuma iti keyattani hobaaftani, ammalle waan qabdaniini hobaasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka akkuma itti keeyyattaniin hobbaaftan, jabaadhaa! Ammallee dura yaa'aa homa qabdaniin hobbaasaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf yaanni fedhi'iin kennuu keessanii hujii irra oolee akka raawwatamu haguma dandeettaniin waan yaaddan san ammuma raawwadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf, yaanni fedhi'iin kennuu keessanii hujii irra oolee akka raawwatamu haguma dandeettaniin waan yaaddan san ammuma raawwadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf kennu'uuf eeyamummaa keessan hujii irra oolee gara muumme'ee akka gayuuf, huminna haga qabdaniitiin waan yaaddan ammuma raawwadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf quxiquxiin isin kenniisaaf qaddanu hujii irra ooltee akka muummottu, haguma qaddanutti waan yaaddane san godha'a.