2 Corinthians 8:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kana jechuun kiyya ifii dhaddanee worra dhibii rakkoo keessaa akka baattanuuf adoo hin te'in, isin lamaanuu akka wol qixxoottanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini baa ulfo nama d'ibi iraa fuud'e isani ira kayuuti injiru; ammo waan isani amma guddo wo qabdaniifi nama gaargala qabu qarqaaru maltani. Yoosi gaafa isani gaargala qabdani ammo worri waan guddo qabu worrileeni isani qarqaara. Kara kanaani nama ch'ufa wolqitt'eesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ba'aa ulfoo nama dhibii irraa fuudhee isan irra kaahuutti hinjiru; isan ammoo amma waan guddoo wa qabdaniif nama gaargala keessa jiru qarqaaruu maltan. Yoos gaafa isan gaargala keessa jirtan warrii waan guddoo qabuulleen isan qarqaaree, karaa kanaan nama cufa walqixeesanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kaawwaniif hara baafannaa; isiniif rakkinna akka ta'uufii miti; sirrii akka ta'uuf malee.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kaawwaniif harabaafannaa, isiniif rakkinna akka ta'uufii miti. Sirrii akka ta'uuf malee.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee yoo jedhu marri keessanuu wol qixa akka taataniif malee, isin kennu'uun yoo rakkattan kuunniin akka boqataniifii jedheetii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana jechuun kiyya ifii dhaddanee worra dhibii rakkoo keessaa akka baattanuuf adoo hin te'in, isin lamaanuu akka wol qixxoottanu.