2 Corinthians 8:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kunille akkuma Barreeffami Woyyichi, “Ka guddaa wolitti qabate hagaan ol hin qabaanne, ka diqqoo wolitti qabatelle hagaan gad hin qabaanne” jedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu, Nami nama ch'ufa ira guurate guddo inqabu arge, ammo ka diqo guurate guddo qaba arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessiin qulqulloon, “Namii nama cufaa irra kuufate guddoo hinqabu; ka diqqoo kuufate ammoo guddo qaba” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka guddaa kuufate, bu'aa hin buufanne. Ka diqqoo kuufatellee womaa jalaa hin dhidhanne.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ka guddaa kuufate, bu'aa hin buufanne. Ka diqqoo kuufatellee womaa jalaa hin dhidhanne.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee, «Baayi'ee ka wolitti qabe hin hafinneef, shiikkoo wolitti ka qabee'llee jalaa hin dhidhanne» jedhamee akkuma barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunille akkuma Barreeffami Woyyichi, «Ka guddaa wolitti qabate hagaan ol hin qabaanne, ka diqqoo wolitti qabatelle hagaan gad hin qabaanne» jedhu.