2 Corinthians 8:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isa woliin obboleessa Oduu Gammadaa lallabiisaan wolde'oota kiristaanaa duudii keessatti kabajamaa te'e ergaarra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa woliini oboleesa gumiini ch'ufti saade aka inni Odu Dansa odeesu beetu ergina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleessa tokko ka akka dansaa oduu dansaa haasa'uu beeku, ka gumiin cuftii saadduu, isa waliin isaanii ergina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Dubbii Nagayaa lallabu'uutiif obboleessa keenna jaalatamaa woliin gara woldaa Kiristaanaa maraa hin ergina.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan Oduu Nagayaa lallabu'uutiif obboleessa keenna jaalatamaa woliin gara woldaa Kiristaanaa maraa hin ergina.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lallaba isaa ka wongeelaatiin woldayoota amanti'ii maratti obboleessa galateeffatame, isaan woliin ni ergina.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa woliin obboleessa Oduu Gammadaa lallabiisaan wolde'oota kiristaanaa duudii keessatti kabajamaa te'e ergaarra.