2 Corinthians 8:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleessi kun kana qofa adoo hin te'in, hujii dansaa tana ulfinna Gootta'aatiif yennaa nuuti muummessinuu fi fedhii dansaa tajaajiliisaaf qannulle yennaa mudhinnu, nu woliin deemiisaan qooda huji'ii nu woliin akka fudhatu wolde'oota kiristaanaatiin fowameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Suni malele, gumiini isa fohate, aka inni haga nu huji jaalala ta guddinna Aabbo hojanne nama qarqaarru nu woliini deemu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sun maleellee, gumiin akka innii haga nu hujii jaalalaa ta guddinna Aabboo hojjannee nama qarqaarru nu waliin deemu isa foohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana calla'aa miti. Haa ta'uu ammo ulfinnuma Goofta'aatiif kama jaalala fedha keenna mudhisu'uuf hujii arjumma'aa ka tajaajilu'uu kana nu woliin akka qoodamu woldaa tokkumma Kiristaanaatittillee filameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana calla'aa miti. Haata'uu ammoo ulfinnuma Goofta'aatiif kama jaalala fedha keenna mudhisu'uuf hujii arjumma'aa ka tajaajilu'uu kana nu woliin akka qoodamu woldaa tokkumma Kiristanaatittillee filameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaa oltti'llee obboleessi kun nu'u hujii bayeessa kana ulfinna Goofta'aatiif yoo raawwannuu fi tajaajilu'uuf hawwii mishaa qabnnu yoo ibisinu nu woliin deemu'uun, qoodamaa hujii keenna akka ta'uuf, woldayoota krirstaanaatiin ka filatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi kun kana qofa adoo hin te'in, hujii dansaa tana ulfinna Gootta'aatiif yennaa nuuti muummessinuu fi fedhii dansaa tajaajiliisaaf qannulle yennaa mudhinnu, nu woliin deemiisaan qooda huji'ii nu woliin akka fudhatu wolde'oota kiristaanaatiin fowameera.