2 Corinthians 8:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kennansa arjoomaa ka wolitti qabame kana qabiisa irratti eennulle akka nu hin komanne ifi eeganna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu guddo ufi qorqoranna, aka nami tokoleeni haga nu hori baasani kana harkaa qamnu nu inhimanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka namii tokkolleen haga nu horii baasan kana harkaa qamnu nu hinhimannee, nu guddoo ufi qorqoranna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa akkanumaan tajaajillu kanaaf eennullee akka nu hin tuffanne uf eegganna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kennaa akkanumaan tajaajillu kanaaf eennullee akka nu hin tuffanne uf eegganna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qarshii arjoomaan kenname kana'llee yoo bulchinu, ashaan woyiituu akka nurra hin geenneef, ufi eegganna ni taasfnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa arjoomaa ka wolitti qabame kana qabiisa irratti eennulle akka nu hin komanne ifi eeganna.