2 Corinthians 8:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yaad keenna waan sirrii te'e fuula Gootta'aa duratti callaa adoo hin te'in, fuulaa worra dhibi'ii durale'etti huju'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan qajeela fuula Waaqa dura ch'allaaniti ammo fuula namale durati tolchu feena.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan qajeelaa fuula Waaqaa calla duraanitii, fuula namaallee duraatti tolchuu feena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afoo Goofta'aa calla'atti uduu hin ta'in akkasuma nama afo'ottillee waan mishaa waan yaannuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Afoo Gooftaa calla'atti uduu hin ta'in; akkasuma afoo namaatittillee waan mishaa waan yaannuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kaayyoon keenna Gooftaa durana qofatti uduu hin ta'in, namoota duranatti'llee waan mishaa ta'e raawwachu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaad keenna waan sirrii te'e fuula Gootta'aa duratti callaa adoo hin te'in, fuulaa worra dhibi'ii durale'etti huju'u.