2 Corinthians 8:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf akka wolde'ooti kiristaanaa jaalalli keessan ka dhuga'aa akka te'ee fi maaf akka nuuti isiniin ifi janyu akka dhagganu, jaalala keessan isaanii mudhisa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalala teesani worra agarsiisa, aka gumiini ch'ufti quufte, aka wonti nu ufi guddimnuufi ch'ufti d'uga agartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka gumiin cuftii quuftee, akka wantii nu ufi guddimnuuf cuftii dhugaa agartuu, jaalala teessan warra garsiisaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa waan jaalala keessaniitiif waan boona nu isiniin boonnuu, tokkummaa woldaa Kiristaanaa afo'otti isaanii ibsaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa waan jaalala keessaniitiif waan boona nu isiniin boonnuu, tokkummaa woldaa Kiristaanaa afo'otti isaaniitti ibsaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf jaalala keessan isaaniif ibisaa, bifa kanaan jaalala keessan fi dhaadannoon isin irratti qabnnu, tasa ta'uu dhabuu isaa woldayoota kristaanotaa marattuu ni muldhifttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf akka wolde'ooti kiristaanaa jaalalli keessan ka dhuga'aa akka te'ee fi maaf akka nuuti isiniin ifi jajnu akka dhagganu, jaalala keessan isaanii mudhisa'a.