2 Corinthians 8:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan haga dande'anuu fi haga dande'anuun caalaa, fedhii ifiitiin akka kennane ani isaaniif dhugaa hin baya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini isaniti himu, haguma dandaani kennani, ammalle waan suni ira;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan anin isanitti himu, haguma dandaan kennan, ammallee waan sun irra;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga hunna isaaniitiin waan hunna isaanii caalu akka fedhaan kennan waan isaanii isinii raga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga hunna isaaniitiin waan hunna isaanii caalu fedhaan akka kennan waan isaanii isinii raga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haga danda'anii fi haga isaaniif danda'amuu fi haga danda'amuu oltti'llee fedha isaaniitiin akka kennan, ani isaaniif ragaa ni baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan haga dande'anuu fi haga dande'anuun caalaa, fedhii ifiitiin akka kennane ani isaaniif dhugaa hin baya.