2 Corinthians 8:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Carraa qarqaarsa kolbaa Waaqaa ta biyya Yihuda'aa keessa jirtuuf kenniisa irratti hirmaatiisaaf magannifatanee nu kadhatane;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri fed'i ufitiini aka gumi Yudea qarqaarani guddo nu kad'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
warrii akka gumii Yihudaa qarqaaraan fedhii ufiitiin guddoo nu kadhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajila woyyootaa ta'uun akka hirmaattan, arjummaa kana kadhaa gudda'aan nu kadhata'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tajaajila woyyootaa ta'uun akka hirmaattan, arjummaa kana kadhaa gudda'aan nu kadhata'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristaanonni Yihudaa jiran carraan gargaaru'uu akka isaan hin dhoogamnneef'llee, cimisanii nu ni kadhatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Carraa qarqaarsa kolbaa Waaqaa ta biyya Yihuda'aa keessa jirtuuf kenniisa irratti hirmaatiisaaf magannifatanee nu kadhatane;