2 Corinthians 8:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
haga nuuti isaan irraa eenne caalaa godhane; matooma Gootta'aaf ifi kennane; itti aansaneelle fedha Waaqaatiin ifi nu'uuf kennaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan worri waan kana tolchu inseene! Qaraa fiit'e Aabbo ufi kennani; lameesole, fed'i Waaqa gula nule ufi kennani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu waan warrii waan kana tolchu hinseene! Qaraa fiixee Aabboo ufi kennan; lammeesso ammoo, fedhii Waaqaa gula nuullee ufi kennan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dura dursanii haga nu isaan eennee olitti Goofta'aaf uf kennan; itti aansu'uun fedha Rabbiitiin uf nuu kennan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dura dursanii fedha Rabbiitiif, nuufillee uf kennan malee akka nu yaannee miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
wonitti isaan raawwatan ka nu eeginnee olitti, jalqaba mataa isaanii Goofta'aaf ni kennan, itti aanssanii'llee Waaqa duranatti fedhii mataa isaaniitiin mataa isaanii nu'uuf kennanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haga nuuti isaan irraa eenne caalaa godhane; matooma Gootta'aaf ifi kennane; itti aansaneelle fedha Waaqaatiin ifi nu'uuf kennaneeran.