2 Corinthians 8:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin dhugeeffanna'aan, haasowaan, beekkunsaan, gargaariisaaf quxiquxamiisaan, jaalala nu'uuf qaddanulle'een waan maraan hin caaltan; hujii arjoomaa tanalle'een ka caaltanu te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan qabdani ch'ufa keesa guddo dureeyi: d'ugefachaafi hasaafi hubachaafi qarqaarsa aka ch'ufatiifi jaalala teenna keesaleti. Tanaafi nu isani kad'anna, aka huji jaalala tana keesaleti jabaattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan waan qabdan cufa keessa, dhugeeffachaa, haasaa, hubachaa, qarqaarsa akka cufaatii fi jaalala teenna keessaleti guddoo dureeyyii; tanaaf nu akka hujii jaalalaa tana keessaalleetti jabaattan isanii kadhanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waa maraanuu amanti'ii fi dubbi'iin, beekkumsaan, ciminna maraan, nuufillee jaalala keessaniin akkuma bu'aa qabdan hujii arjumma'aa kanaanillee akkasuma bu'aa qabaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo waa maraanuu amanta'aaf dubbi'iin, beekkomsaan, ciminna maraan nuufillee jaalala keessaniin bu'aa akkuma qabdan hujii arjumma'aa kanaanillee akkasuma bu'aa qabaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin amanti'iin, haasayaan, beekkomisaan, hisataan, jaalala nu'uuf'llee qabddanii fi waan maraanuu ni caalttan, hujii arjoomaa kanaan'llee akka caalttan haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dhugeeffanna'aan, haasowaan, beekkumsaan, qarqaariisaaf quxiquxamiisaan, jaalala nu'uuf qaddanulle'een waan maraan hin caaltan; hujii arjoomaa tanalle'een ka caaltanu te'a.