2 Corinthians 9:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo gargaarsa kolbaa Waaqaa ta Yihudaa keessa jirtuuf godhamuu, isiniif barreessuun barbaachisa'aa moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti waan qarqaarsa gumi Waaqa ta Yudea keesa jirtuuti ergani ka anini t'aafuufi injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii waan qarqaarsa gumii Waaqaa ta Yihudaa keessa jirtuutti ergan, ka anin barreessu hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan tajaajila woyyootaatiif ta'u isinii barreessuu na hin barbaachisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan tajaajila woyyootaatiif ta'u isinii barreessuu na hin barbaachisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristaanota Yihudaa jiraniitiif waayee buusii raawwatamuu isinii barreessuu hin barbaadu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo qarqaarsa kolbaa Waaqaa ta Yihudaa keessa jirtuuf godhamuu, isiniif barreessuun barbaachisa'aa moti.