2 Corinthians 9:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri arjummaa teessan karaa keennaan fudhatu mara, Waaqa akka galateeffatuuf yennaa maraa akka arjoontanu, Waaqi waan maraan isin hin duroonsa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi isani duroomsa aka isani hojja ch'ufa arjaa taatani; duuba nami hedduuni maro waan isani baaftani harka keennati kennitani, ka nu worraa kenninnefi galata Waaqa deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii akka isan you cufaa arjaa taatan isan duroomsa; namii hedduun duuba marroo waan isan baaftanii harka keennaatti kennitanii, ka nu warraa kenninneef galata Waaqaa deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa keennaan nu'u kennaa galata Rabbiitiif sababa ta'u mara akka mudhiftaniif waa maraanuu dureeyyii akka taataniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaa keennaan nu'u kennaa galata Rabbiitiif sababa ta'u mara akka mudhiftaniif waa maraanuu dureeyyii akka taataniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Arjjoomnni keessan karaa keennaan namoonni isaan gayu marrinuu Waaqa akka galateeffataniif, yeroo maraa akka arjjoomittaniif Waaqinni waan maraanuu isin ni duroomissa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri arjummaa teessan karaa keennaan fudhatu mara, Waaqa akka galateeffatuuf yennaa maraa akka arjoontanu, Waaqi waan maraan isin hin duroonsa.