2 Corinthians 9:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilli keessan kun dhidhuu kolbaa Waaqaa guutiisa qofa adoo hin te'in, akka galata guddaa Waaqaaf dhikeessanu godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini isani hojatani tunini, gumi Waaqati, waan isiini feetu ch'alla intolchitu, ammo galata gudda Waaqa deebifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hujiin isan hojjatan tunin gumii Waaqaatii waan isiin feetu callaa hintolchituu, ammoo galata guddaa Waaqaa deebifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajilli gargaarsaa kun woyyoota jalaa waan hanqatu marumaa ka guutu callaa uduu hin taane, Rabbiifillee galata guddaa akka dhiyeessan godha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Tajaajilli gargaarsaa kun woyyoota jalaa waan hanqatu marumaa ka guutu callaa uduu hin taane, Rabbiifillee galata guddaa akka dhiyeessan godha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tajaajilli arjjoomaa ka raawwata'aa jirttan kun rakkinna kristaanotaa dhabamsiisu'uun alatti'llee, namoonni Waaqaaf galata baayi'ee akka dhiyeessan isaan ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilli keessan kun dhidhuu kolbaa Waaqaa guutiisa qofa adoo hin te'in, akka galata guddaa Waaqaaf dhikeessanu godha.