2 Corinthians 9:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaanille badhaadha guddaa Waaqi waan isinii keenneef, isin dharra'aa isinii daadimatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri garaa jaalalatiini isani kad'ata, maro eeba guddo ta Waaqi isanii kenneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf warrii marroo eebba guddoo Waaqii isanii kenneetiif, garaa jaalalatiin isanii kadhata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa Rabbiin isinii kadhatan badhaadhummaa waa maraa caalu saniif isin yaadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan hennaa isinii Rabbiin kadhatan badhaadhummaa waa maraa caalu saniif isin yaadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee Waaqinni ka isinii kenne caala'atti, sababa kennaa bilisaatiin waan isin jaalataniif, isinii ni kadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille badhaadha guddaa Waaqi waan isinii kenneef, isin dharra'aa isinii daadimatan.