2 Corinthians 9:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kennaa isaa ta hagana hin jedhanneef, Waaqi galatoomu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro qarqaarsa gudda kanatifi galata Waaqaa deebisu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo qarqaarsa guddaa kanaatiif galata Waaqaa deebisu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaa isaa ka hagana hin jedhamneef Rabbiin galanni haa gawu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kennaa isaa ka hagana hin jedhamneef, Rabbiin galanni haa gawu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jecha namaatiin dubbatamu'uuf ka hin danda'aminne, waayee kennaa isaatiif Waaqinni ka galateeffame haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennaa isaa ta hagana hin jedhanneef, Waaqi galatoomu.