2 Corinthians 9:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ka diqqoo facaase diqqoo galfata; ka hedduu facaase hedduu galfata” yaada jedhu qaabadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana qaabad'a: nami sanyi diqo oobru mid'aani diqo murata; ka sanyi guddo oobru mid'aani guddo murata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana qaabadhaa; namii sanyii diqqoo facaasuu, midhaan diqqoo murata; ka sanyii guddoo facaasu ammoo, midhaan guddoo murata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanallee akkana jedha, «Ka diqqoo facaasu diqqoma haamata; ka guddisee facaasu akkasuma guddisee haamata»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanallee akkana jedha, «Ka diqqoo facaasu diqqoma haamata. Ka guddisee facaasu akkasuma guddisee haamata»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Muraasa ka facaase callaa muraasa wolitti ni qaba, baayi'ee ka facaase callaa baayi'ee wolitti ni qaba» jecha jedhu, yaadadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ka diqqoo facaase diqqoo galfata; ka hedduu facaase hedduu galfata» yaada jedhu qaabadha'a.