2 Corinthians 9:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Waaqi nama gammadaan kennu waan jaalatuuf, nami tokko tokkonuu waan gadhaa ifiitiin kenniisaaf barbaade gammadaan kennuuti malee, gaabbaa yookiin hunnaan hin kennin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nami ch'ufti waan kutate ha baasuuti, garaa tokooni, irreeni injirtu, waan Waaqi nama gammadaani wo kennu jaalatuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf namii cuftii garaa tokkoon waan kutate ha baasuutii, waan Waaqii gammadaan namaa wa kennuu jalaatuuf, irreen hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ka gammachu'uun kennu waan jaalatuuf marti isaaniituu akkuma garaa ufiititti yaadeen haa kennu; gaddaan yookaan giddi'iin akka hin taane.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi ka gammachu'uun kennu waan jaalatuuf, marti isaaniitu akkuma garaa ufiititti yaadeen haa keennu; gaddaan yookiin giddi'iin akka hin taane.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Waaqinni ka jaalatu nama gammachu'uun kennu waan ta'eef tokkoon tokkoonuu waan kennuu barbaade, onnee isaa titti eeyyamee gammachu'uun haa kennu malee, shakka'aa yookiin dirqamaan hin kennin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Waaqi nama gammadaan kennu waan jaalatuuf, nami tokko tokkonuu waan gadhaa ifiitiin kenniisaaf barbaade gammadaan kennuuti malee, gaabbaa yookiin hunnaan hin kennin.