2 John 1:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisa kana adoo hin qabatin eennulle gara keessan yoo dhufe, mana keessanitti isa hin fudhatina'a! Nageyalle hin fuudhina'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami d'ufe barsiisa tanaani siti ind'umne, nama suni balbala mana keti duraa imbaniini; nagayale infuud'iini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii dhufe barsiisa kanaan sitti hindhumne, nama sunii balbala mana keetii duraa hinbaniin; nagayaallee hinfuudhin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee barumsa kanaan gara mana keessanii yoo hin dhufne hin simatinaa'a; nagayallee hin gaafatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee barumsa kanaan gara mana keessanii yoo hin dhufne, hin simatinaa'a nagayallee hin gaafatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barnnoota kana uduu hin qabatin eennu'llee gara keessan yoo dhufe mana keessanitti isa hin simatinaa, nagaya'llee hin gaafatinaanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisa kana adoo hin qabatin eennulle gara keessan yoo dhufe, mana keessanitti isa hin fudhatina'a! Nageyalle hin fuudhina'a!