2 John 1:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami nageya isa fuudhu, hujii isaa hantuu san qoodama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami nagaya isa fuud'u ch'ufti waan hamtu inni tolchu isa woliini qoodata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif namii nagaa isa fuudhu cuftii waan hamtuu innii tolchu isa waliin qoodata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni nagaya isa gaafatu waan hujii hamaa isaa isa irraa qoodamuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni nagaya isa gaafatu waan hujii hamaa isaa isarraa qoodamuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nagaya'llee naminni isa gaafatu, hirmaataa hujii isaa hama'aa ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nageya isa fuudhu, hujii isaa hantuu san qoodama.