2 John 1:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan isiniif barreessu waan heedduu qaba; te'uu malee woraqataa fi hallu'uun isiniif barreesiisaaf hin barbaadu; ammoo gammadi keenna guutuu akka te'uuf, gara keessan dhufee ilaan wol dhagginee, isin woliin haasowiisaaf addii qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan heddu ka siti himu qaba, ammo tatabe irati t'aafu imfed'u; taatule la heregad'e aka d'ufe siini hasau, aka nuuni ch'ufti gammannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan hedduu ka sitti himu qaba, ammoo waraqata ergaa irraatti barreessuu hinfedhu; akka dhufee isaniin haasa'ee, nuun cuftii gammanu la herrege.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan isinii barreessu guddaa qaba. Qalamaan woraqata irratti isinii barreessuu hin jaalanne. Haa ta'uu ammo akka gammaddaniif dhufee afaaniin isin qaassu'uuf abdii qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani waan isinii barreessu guddaa qaba. Qalamaan woraqata irratti isinii barreessuu hin jaalanne. Haata'uu ammoo akka gammaddaniif dhufee afaaniin isin qaassu'uuf abdii qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isinii barreessu'uuf wonitti barbaadu baayi'ee ni qaba ture, garuu waan maraa xalaya'aan isinii ibisu'uu hin barbaadu, kana irra gammachuun keenna muda maleessa akka ta'uuf gara keessan dhufee, fuulle'etti jechaaf jechaan isin dubbisu'uuf abddii ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan isiniif barreessu waan hedduu qaba; te'uu malee woraqataa fi hallu'uun isiniif barreessiisaaf hin barbaadu; ammoo gammadi keenna guutuu akka te'uuf, gara keessan dhufee ilaan wol dhagginee, isin woliin haasowiisaaf addii qaba.