2 John 1:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Badhaadhi, arjumma'aa fi nageenni, Waaqa Abba'aa fi Yesuus Kiristoosii Ilma Abba'aa biraa, dhuga'aa fi jaalalaan nu woliin jiraatuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abba Waaqafi Yeso Kristoni, Ilmi Abba, eebafi naasufi nagaya nuu kenninna; wonti kunini ch'ufti ha d'ugaafi jaalalaani teenna taatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboo Waaqaa fi Yesus Kiristoon, Ilmii Aabboo, eebba, naasuu fi nagaya nuu kenninnaa; wantii kunin cuftii ha dhugaa fi jaalalaan teenna taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Aabba'aa fi Ilma Aabbaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaaninii fi araarri nageenni dhugamaan jaalalaan nu woliin jiraatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi Aabba'aa fi Ilma Aabbaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaaninii fi araarri nageenni dhugamaan jaalalaan nu woliin jiraatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa Abba'aatii fi ka Ilma isaa Yesus Kristosii, kennaan isaa ka bilisaa, dhiifamaa fi nageenni'llee, dhuga'aa fi jaalalaan, nuun woliin haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhaadhi, arjumma'aa fi nageenni, Waaqa Abba'aa fi Yesuus Kiristoosii Ilma Abba'aa biraa, dhuga'aa fi jaalalaan nu woliin jiraatuu ti.