2 John 1:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Abbaan nu ajajetti, ijoollee teeti keessaa gariin dhuga'aan jiraatanuun dhaggiis guddoo na gammachiiseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka ijoolleeni tante ta gari d'uga keesa teetu arginaani guddo gammade, akuma Abbaani nuti hime.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka ijoolleen tantee ta garii dhugaa keessa teettu arginaan, akkuma Abboo Waaqii nutti hime guddoo gammade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ajaja Aabbaan irraa fudhanneen ijoollee tee keessaa gari gariin hennaa dhuga'aan jiraatan waan argeef gammadeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma ajaja Aabbaan irraa fudhanneen ijoollee tantee keessaa gari gariin dhuga'aan hennaa jiraatan waan argeef gammadeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijoollee tee keessaa tokko tokko akkaataa Waaqinni Abbaan nu ajajeetiin dhugamaanuu jabaatanii dhaabatanii argachuu kiyyaan, haalaan gammadee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Abbaan nu ajajetti, ijoollee teeti keessaa gariin dhuga'aan jiraatanuun dhaggiis guddoo na gammachiiseera.