2 John 1:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalala jechuun ajaja Waaqaatiif ajajamiisaan le'iisa. Akkuma isin martinuu jalqabaa jalqaddanee dhageettane, ajaji isaa akka jaalalaan leetanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti anini waan isi dubbad'u tunini, Seera Waaqa guutu maltani nuuni jetti. Seeri, isani haguma duriiti d'ageetani, kana: Woljaalad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalaltii anin waan isii dubbadhu tunin, “Seera Waaqaa guutuu maltan” nuun jetti. Seerii isan haguma duriitii dhageettan, ka “Waljaaladhaa!” jedhu kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalaltillee akka ajaja isaatitti haa deemnu'uuf; ajanyillee akkuma duraan dhageettan akka isi'iin jiraannuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalaltillee akka ajaja isaatitti haa deemnu'uuf, ajanyillee akkuma duraan dhageettan akka isi'iin jiraannuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalala dhuga'aa jechuun ajaja Waaqaa raawwachu'u. Ajajin kun'llee akkuma jalqaba dhageettaniin, «Jaalalaan jiraadhaa» ka jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalala jechuun ajaja Waaqaatiif ajajamiisaan le'iisa. Akkuma isin martinuu jalqabaa jalqaddanee dhageettane, ajaji isaa akka jaalalaan leetanu.