2 John 1:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gatii guutuu akka dhaggattanu malee, gatii waan hujjanee akka hin dhanne ifi eeggadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ufi eegad'a, aka waan hojattani argattani imballeesine, ammo galata keesani aka dansa argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka waan hojjattanii argattan hinballeesine, uf eegadhaa; galata keessan ammoo akka dansaa argattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gatii keessan guutuu akka argattaniif malee ka hojjattan akka hin dhabneef uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gatii keessan guutuu akka argattaniif malee ka hojjattan akka hin dhabneef uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu gatii keessan guutuu fudhachu'uuf hisadhaa, wonitti hojjattan'llee akka isin jalaa hin banneef, ufi eeggadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gatii guutuu akka dhaggattanu malee, gatii waan hujjanee akka hin dhanne ifi eeggadha'a!