2 Kings 1:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi nama askarti shantamati mata toko d'ibi jara isaa woliini erge, worri d'ufe waan Eliyaani jed'e, Ee nama Waaqaa hayyuuni, hurrisi, gabui sini jed'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebi'ee nama biraa ajajaa loltoota shantamaa namoota shantamaa woliin isatti erge; innillee gara Eeliyaasii dhufee, «Nama Rabbii! mootichi daddafii gad bu'i siin jedha!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi ammalle ajajaa shantamaa dhibii loltoota isaa shantama woliin erge; ajajaan shantamaa sun gara Eliyaasii dhaqee, «Nama Waaqaa! Mootichi, ‹Ammuma koy, gad bu'i› si'iin jedha» jedheen.