2 Kings 1:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eliyaani waan jed'eeni, Yo anini nama Waaqa taate, ibidi ha gubba gad'ufe siifi jara kankele balleesu! Hojuma suni ibidi gara Waaqati gabue, namichafi jara isale balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaasillee, «Yoo ani nama Rabbii ta'ee jiraadhe ibiddi Sami'ii bu'ee si'ii fi namoota shantamaa ka si woliin jiran kanniin maraa haa fixu!» jedheen; hennama san ibiddi Rabbii Sami'ii bu'ee isaa fi namoota shantamaa ka isa woliin jiran maraa fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eliyaasille deebisee, «Ani nama Waaqaa yoo te'e, ibiddi ol gubbaa irraa bu'ee, si'ii fi loltoota teeti shantama muxuqi godhuu ti!» jedheen; yoosuma ibiddi ol-gubbaa irraa bu'ee, ajajaa shantamaatii fi loltoota isaa shantama san muxuqi godhe.