2 Kings 1:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra askarti mata kaani lamaanifi askarti worrale ibidi gubba d'ufe, balleese, ammo atini na nahi, lubbu na baasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo ibiddi Sami'ii bu'ee ajajaa loltoota shantamaa lamaa fi namoota isaan woliin jiran shantama shantama nyaate; amma garuu lubbuun tiyya afoo keetitti kabajjaa haa argattu!» jedhee isa kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ibiddi ol-gubbaa irraa bu'ee ajajjoota shantamaa lamaa fi loltoota isaanii mara muxuqi godheera; amma ammoo jiruu tiyyaaf marari!» jedhee kadhate.