2 Kings 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, wonti AABBO Waaqi sini jed'u tana: Waan atini Baal-Zebubu Waaqa Ekroniti nama ergiteefi — aka waan Israeli keesa Waaqi nami kad'atu injirre — atini amma infayyitu, indoota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeliyaas mootichaan, «Rabbi akkana siin jedha; ‹Waan ati waaqa tolfamaa Aqaaroonii Bi'eelzebuulin gaafachu'uuf ergamtoota ergiteef ati hin duuta malee hin haftu!› » jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mootichaan, «Mootiin Waan Maraa, ‹Waaqi isin gaafattanu Israa'el keessa waan hin jirreef, Ba'aal Zebubii waaqa qachaa Eqroonii gaafatiisaaf, namoota ergitee? Tanaaf dhugumaan hin duuta malee, taqee irra irkatte tana irraa hin kaatu!› si'iin jedha» jedheen.