2 Kings 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Nami toko nuni bahe waan nuni jed'e, Beena, hayyu isani ergeti dachaa waan jettaniini, AABBO Waaqi waan jed'u, Atini maanifi nama gara Baal-Zebubu waaqa Ekroniti ergita? Atini waan Waaqi Israeli keesa jiru inseetu? Sire ira ch'iiftu suni fayyite iraa inkaatu, inuma doota!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee mootichaan, «Namni woyii kara'atti nutti dhufee gara mooticha isin ergee deebi'a'aatii Rabbi akkana siin jedha, ‹Wonti ati waaqa tolfamaa Aqaaroonii Bi'elzebuuliin gaafachu'uuf dhaamsa ergiteef Israa'eliin keessatti Waandhi hin jiru jettee waan yaaddeefii? Kanaafuu ati hin duuta malee dhibee kana irraa hin fayyitu; siree irra ciifte irraallee hin kaatu!› jedha'aa itti himaa nuun jedhe» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille, «Nami tokko karaa irratti nu dhaggee, gara mooticha isin ergee deebi'a'aatii, Mootiin Waan Maraa, ‹Waaqi Israa'el keessa waan hin jirreef, Ba'aal Zebubii waaqa qachaa Eqroonii gaafatiisaaf, namoota ergitaa? Tanaaf dhugumaan hin duuta malee, taqee irra irkatte tana irraa hin kaatu!› jedheera» jedhanee deebisane.