2 Kings 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, Nami sunini nama akami jiru?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Namni isinitti dhufee waan kana isinitti hime kun nama attamiiti?» jedhee isaan gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille, «Nami karaa irratti isin dhaggitanee, tana isinitti dubbate nama attam jiru?» jedhee isaan gaafate.