2 Kings 10:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama torbatamati, ka d'aloota Ahabu, dira Samaria keesa taa. Jennaani Yehuni tatabe t'aafe, nama gugurda dira sunitifi jaaroleefi nama ijoolle d'aloota Ahabu suni gugurdiseeti erge. Tatabeeni suni waan jettu:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aki'aabi biyya Samaariya'aa keessatti ijoollee torbaatama qaba. Iyyuun namoota baallii qabanii fi manguddoota ijoollee Aki'aabii guddisan ka biyya Samaariya'aa keessa jiraniif xalayaa barreessee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaab qachaa Samaariya'aa keessatti ilmaan torbaatama qabaayyu; maarre Yehuun xalayaa barreessee gara qachaa Samaariya'aa, bulchitoota Yizre'liitiif, jaarsole'ee fi worra ijoollee Ahaabii guddisu duudi'iif erge; xalayaan sun,